LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 16:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yihowaan, ‘Tokkoon tokkoon keessan hamma nyaachuu dandeessan walitti qabadhaa. Tokkoon tokkoon keessan hamma lakkoofsa namoota* dunkaana keessan keessa jiraniif gaʼu, tokkoon tokkoon namaatiif safartuu oomeerii* tokko+ fudhadhaa’ jedhee ajajeera.”

  • Baʼuu 16:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Innis, “Kun wanta Yihowaan dubbate dha. Boru guyyaa guutummaatti itti boqotamu,* jechuunis Yihowaadhaaf sanbata qulqulluu ni taʼa.+ Wanta tolchuu qabdan tolchaa; wanta affeeluu qabdan affeelaa;+ wanta isa irraa hafe immoo hamma boru ganamaatti kaaʼadhaa” isaaniin jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi