-
Lakkoofsa 15:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Kana malees, ati daadhii wayinii hiinii tokko keessaa harka afur keessaa harka tokko aarsaa dhugaatii gootee aarsaa gubamuu wajjin+ yookiin aarsaa xobbaallaa hoolaa kormaa tokkoo wajjin ni dhiheessita.
-
-
Lakkoofsa 28:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kun akka dambii Gaara Siinaa irratti baʼetti aarsaa yeroo hundumaa dhihaatuu+ fi urgaan isaa gammachiisu,* jechuunis aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu sana dha; 7 tokkoon tokkoon xobbaallaa hoolaa kormaa sanaa wajjinis aarsaan dhugaatii hiinii tokko keessaa harka afur keessaa harki tokko ni dhihaata.+ Dhugaatii alkoolii kanas Yihowaadhaaf aarsaa dhugaatii godhiitii iddoo qulqulluu irratti dhangalaasi.
-