Leewwota 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “‘Namni* tokko Yihowaadhaaf aarsaa midhaanii+ kan dhiheessu yoo taʼe, aarsaan isaa daakuu bullaaʼaa haa taʼu; isa irrattis zayitii haa dhangalaasu; ixaana adiis irra haa kaaʼu.+ Leewwota 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “‘Bukoo raacitii qabu yookiin damma aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu gootanii aarsuu waan hin qabneef, aarsaan midhaanii Yihowaadhaaf dhiheessitan kam iyyuu raacitii qabaachuu hin qabu.+
2 “‘Namni* tokko Yihowaadhaaf aarsaa midhaanii+ kan dhiheessu yoo taʼe, aarsaan isaa daakuu bullaaʼaa haa taʼu; isa irrattis zayitii haa dhangalaasu; ixaana adiis irra haa kaaʼu.+
11 “‘Bukoo raacitii qabu yookiin damma aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu gootanii aarsuu waan hin qabneef, aarsaan midhaanii Yihowaadhaaf dhiheessitan kam iyyuu raacitii qabaachuu hin qabu.+