LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “‘Seerri aarsaa midhaanii kana dha:+ Isin warri ilmaan Aaron taatan, iddoo aarsaa fuulduratti Yihowaa duratti isa ni dhiheessitu.

  • Leewwota 6:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Aarsaan midhaanii kun wanta raacitii qabu akkamii iyyuu wajjin tolfamuu hin qabu.+ Ani aarsaa koo isa ibiddaan dhihaatu irraa gaʼee isaanii godhee kana isaaniif kenneera.+ Kun akkuma aarsaa cubbuu fi akkuma aarsaa yakkaa, hundumaa caalaa qulqulluu dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi