- 
	                        
            
            Lakkoofsa 15:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 horii keessan yookiin bushaayee keessan keessaa, aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu isa urgaan isaa Yihowaa gammachiisu*+ gootanii dhiheessuuf aarsaa gubamu+ yookiin aarsaa wareega addaa raawwachuuf dhihaatu yookiin aarsaa fedhiidhaan dhihaatu+ yookiin aarsaa ayyaanota keessan warra yeroo murtaaʼetti kabajamanitti dhihaatu+ yommuu dhiheessitan, 4 namni aarsaa isaa dhiheessu, aarsaa midhaanii daakuu bullaaʼaa+ eefaa* tokko keessaa harka kudhan keessaa harka tokko taʼee fi zayitii hiinii* tokko keessaa harka afur keessaa harka tokkoon makame Yihowaadhaaf haa dhiheessu.
 
 -