-
Leewwota 1:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Akkana jedhii Israaʼelotatti* dubbadhu: ‘Isin keessaa eenyu iyyuu beeladoota keessaa Yihowaadhaaf aarsaa kan dhiheessu yoo taʼe, aarsaa keessan loon yookiin bushaayee* keessaa dhiheessaa.+
3 “‘Inni aarsaa gubamu kan dhiheessu loon keessaa yoo taʼe, jibicha mudaa hin qabne haa dhiheessu.+ Jibicha kana fedhii isaatiin+ balbala dunkaana walgaʼii biratti Yihowaa duratti haa dhiheessu.
-