LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 9:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis, aarsaa gubamu isa ganama ganama dhihaatu+ malees, aarsaa midhaanii sana ni dhiheesse;+ isa irraas harka isaa guutee fudhachuudhaan iddoo aarsaa irratti akka aaru godhe.

  • Lakkoofsa 15:2-4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Akkana jedhii Israaʼelotatti himi: ‘Isin dhuma irratti gara biyya akka keessa jiraattaniif ani isiniif kennutti yommuu galtan,+ 3 horii keessan yookiin bushaayee keessan keessaa, aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu isa urgaan isaa Yihowaa gammachiisu*+ gootanii dhiheessuuf aarsaa gubamu+ yookiin aarsaa wareega addaa raawwachuuf dhihaatu yookiin aarsaa fedhiidhaan dhihaatu+ yookiin aarsaa ayyaanota keessan warra yeroo murtaaʼetti kabajamanitti dhihaatu+ yommuu dhiheessitan, 4 namni aarsaa isaa dhiheessu, aarsaa midhaanii daakuu bullaaʼaa+ eefaa* tokko keessaa harka kudhan keessaa harka tokko taʼee fi zayitii hiinii* tokko keessaa harka afur keessaa harka tokkoon makame Yihowaadhaaf haa dhiheessu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi