-
Leewwota 23:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “‘Ayyaanonni Yihowaa yeroo murtaaʼetti kabajaman, jechuunis walgaʼiiwwan qulqulluun yeroo isaaniif ramadametti labsuu qabdan kanneen kana dha:
-
-
Lakkoofsa 28:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “‘Jiʼa isa jalqabaatti, jiʼicha keessaas guyyaa 14ffaatti Faasikaan Yihowaa ni kabajama.+
-