LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 26:15-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Maqaaniiwwan*+ muka laaftoo irraa tolfamanii fi ol dhaabbatan godoo qulqulluu sanaaf ni tolchita.+ 16 Tokkoon tokkoon maqaanii kanaa ol dheerinni isaa dhundhuma kudhan, dalgi isaa immoo dhundhuma tokkoo fi walakkaa haa taʼu. 17 Maqaanichi tokkoon tokkoon isaa muchawwan wal bira jiran lama ni qabaata. Maqaaniiwwan godoo qulqulluu hundumaa akka kanaan ni tolchita. 18 Karaa kibba godoo qulqulluutiif maqaaniiwwan kallattii kibbaatti garagalan 20 ni tolchita.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi