LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 30:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Achiis isa irraa zayitii dibataa qulqulluu qopheessi; inni ogummaadhaan kan walitti makame haa taʼu.+ Innis zayitii dibataa qulqulluu ni taʼa.

  • Baʼuu 30:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Namni dibata akkanaa qopheessuu fi dibaticha irraa nama isaaf hin heyyamamne* dibu kam iyyuu saba isaa gidduudhaa balleeffamuu* qaba.’”+

  • Baʼuu 40:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis zayitii dibataa+ fudhadhuutii godoo qulqulluu sanaa fi wanta achi keessa jiru hundumaa dibi;+ qulqulluu akka taʼuufis, godoo sanaa fi miʼawwan isaa hundumaa qulqulleessi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi