Baʼuu 28:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Dhagoota oniiksii+ lama fudhadhuutii maqaa ilmaan Israaʼel+ isaan irratti boci; 10 akka duraa duuba dhaloota isaaniitti dhagaa isa tokko irratti maqaa jaʼa, dhagaa isa kan biraa irrattis maqaa jaʼa boci.
9 “Dhagoota oniiksii+ lama fudhadhuutii maqaa ilmaan Israaʼel+ isaan irratti boci; 10 akka duraa duuba dhaloota isaaniitti dhagaa isa tokko irratti maqaa jaʼa, dhagaa isa kan biraa irrattis maqaa jaʼa boci.