1 Egaa maqaan ilmaan Israaʼel warra tokkoon tokkoon isaanii maatii isaanii fudhatanii Yaaqoobii wajjin gara Gibxiitti galanii kana dha:+ 2 Ruuben, Simiʼoon, Leewwii fi Yihudaa;+ 3 Yisaakor, Zaabiloonii fi Biiniyaam; 4 Daanii fi Niftaalem; akkasumas Gaadii fi Asheer.+