LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 28:26-28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Amartiiwwan warqii lama tolchitee gara efuudichaatti gargalchitee, qarqara kiisii qomaa lamaan warra gara gadii irratti qabsiista.+ 27 Efuudicha fuulduraan kutaa efuudichaa isa gateettii irra oolu lamaanii gaditti, bakka efuudichii fi sabbanni itti wal qabatu biratti, sabbata efuudii isa dhaʼamee olitti amartiiwwan warqii dabalataa lama tolchi.+ 28 Kiisiin qomaa sun iddoo isaatii akka hin sochooneef, amartiiwwan isaa amartiiwwan efuudichaatti funyoo bifa cuquliisaatiin haa hidhaman. Kunis kiisiin qomaa sun sabbata dhaʼamee olitti efuudichatti maxxanee iddoo isaatii akka hin sochoone godha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi