LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 28:36, 37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 “Warqii qulqulluu irraa wanta diriiraa calaqqisu tolchiitii akkuma namni tokko chaappaa bocutti, ‘Qulqullummaan kan Yihowaa ti’+ jedhiitii achi irratti boci. 37 Isas funyoo bifa cuquliisaatiin marata mataatti ni hiita;+ innis marata mataa sana fuuldura taʼuu qaba.

  • Leewwota 8:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis akkuma Yihowaan Musee ajajee turetti marata mataa+ sana mataa isaa irra ni kaaʼe; marata mataa sana fuulduraanis warqii diriiraa calaqqisu, jechuunis mallattoo qulqulluu kan murteeffaman taʼuu argisiisu*+ ni kaaʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi