LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 39:30, 31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Dhuma irrattis warqii qulqulluu irraa wanta diriiraa calaqqisu, jechuunis mallattoo qulqulluu kan murteeffaman taʼuu argisiisu* tolchanii akkuma namni tokko chaappaa bocutti, “Qulqullummaan kan Yihowaa ti” jedhanii irratti bocan.+ 31 Akkuma Yihowaan Musee ajajettis, marata mataa sana irra akka taaʼuuf funyoo bifa cuquliisaa isatti ni hidhan.

  • Leewwota 8:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis akkuma Yihowaan Musee ajajee turetti marata mataa+ sana mataa isaa irra ni kaaʼe; marata mataa sana fuulduraanis warqii diriiraa calaqqisu, jechuunis mallattoo qulqulluu kan murteeffaman taʼuu argisiisu*+ ni kaaʼe.

  • 1 Seenaa Baraa 16:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Ulfina maqaa isaatiif malu Yihowaadhaaf kennaa;+

      Kennaa fidaatii isa duratti dhihaadhaa.+

      Uffata qulqullummaa uffadhaatii* Yihowaadhaaf sagadaa.*+

  • Faarfannaa 93:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yaadachiisawwan kee baayʼee amansiisoo dha.+

      Yaa Yihowaa, qulqullummaan yeroo hundumaa mana kee ni miidhagsa.*+

  • 1 Pheexiros 1:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 sababiin isaas, “Ani qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼaa”+ jedhamee barreeffameera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi