-
Hisqiʼel 43:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Seerri mana qulqullummaa kana dha. Guutummaan naannoo fiixee gaarichaatti marsee jiruu iddoo hundumaa caalaa qulqulluu taʼe dha.+ Kunoo, seerri mana qulqullummaa kana dha.
-