LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 11:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Ani Waaqa keessan Yihowaa dha;+ ani qulqulluu waanan taʼeef,+ isin of qulqulleessuu fi qulqulloota taʼuu qabdu.+ Kanaafuu, uumama lafa irra yaaʼu kamiin iyyuu of* hin xureessinaa.

  • Leewwota 19:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Akkana jedhiitii guutummaa yaaʼii Israaʼelitti dubbadhu: ‘Ani Waaqni keessan Yihowaan qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼuu qabdu.+

  • Leewwota 20:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “‘Ani Waaqa keessan Yihowaa waanan taʼeef, isin of qulqulleessaa; qulqullootas taʼaa.+

  • Leewwota 20:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Ani Yihowaan qulqulluu waanan taʼeef, akkasumas kan koo akka taataniif+ saboota irraa adda kan isin baase ana waan taʼeef, isin anaaf qulqulloota taʼaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi