Leewwota 11:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Ani Waaqa keessan Yihowaa dha;+ ani qulqulluu waanan taʼeef,+ isin of qulqulleessuu fi qulqulloota taʼuu qabdu.+ Kanaafuu, uumama lafa irra yaaʼu kamiin iyyuu of* hin xureessinaa. 1 Pheexiros 1:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 kanaa mannaa, akkuma Isa Qulqulluu isin waame sanaa, wanta hojjettan hundumaatiin qulqulloota taʼaa;+ 16 sababiin isaas, “Ani qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼaa”+ jedhamee barreeffameera.
44 Ani Waaqa keessan Yihowaa dha;+ ani qulqulluu waanan taʼeef,+ isin of qulqulleessuu fi qulqulloota taʼuu qabdu.+ Kanaafuu, uumama lafa irra yaaʼu kamiin iyyuu of* hin xureessinaa.
15 kanaa mannaa, akkuma Isa Qulqulluu isin waame sanaa, wanta hojjettan hundumaatiin qulqulloota taʼaa;+ 16 sababiin isaas, “Ani qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼaa”+ jedhamee barreeffameera.