Baʼuu 19:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Isin anaaf mootummaa lubootaa fi saba qulqulluu ni taatu.’+ Wantoota kana Israaʼelotatti dubbadhu.” Leewwota 19:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Akkana jedhiitii guutummaa yaaʼii Israaʼelitti dubbadhu: ‘Ani Waaqni keessan Yihowaan qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼuu qabdu.+ Keessa Deebii 14:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha;+ Yihowaan saboota lafa irra jiran hundumaa keessaa saba isaa, isa isaaf qabeenya addaa* taʼe akka taatu si filateera.+ 1 Tasalonqee 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Sababiin isaas, Waaqayyo kan nu waame qulqullummaadhaaf malee xuraaʼummaadhaaf miti.+
6 Isin anaaf mootummaa lubootaa fi saba qulqulluu ni taatu.’+ Wantoota kana Israaʼelotatti dubbadhu.”
2 “Akkana jedhiitii guutummaa yaaʼii Israaʼelitti dubbadhu: ‘Ani Waaqni keessan Yihowaan qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼuu qabdu.+
2 Ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha;+ Yihowaan saboota lafa irra jiran hundumaa keessaa saba isaa, isa isaaf qabeenya addaa* taʼe akka taatu si filateera.+