Leewwota 19:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Akkana jedhiitii guutummaa yaaʼii Israaʼelitti dubbadhu: ‘Ani Waaqni keessan Yihowaan qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼuu qabdu.+ Leewwota 20:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Ani Yihowaan qulqulluu waanan taʼeef, akkasumas kan koo akka taataniif+ saboota irraa adda kan isin baase ana waan taʼeef, isin anaaf qulqulloota taʼaa.+ Keessa Deebii 28:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ati yeroo hundumaa ajajawwan Waaqa kee Yihowaa waan eegduu fi daandiiwwan isaa irra waan deemtuuf, Yihowaan akkuma siif kakatetti+ saba qulqulluu ofii isaatiif taʼu godhee jabeessee si dhaaba.+ 1 Pheexiros 1:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 kanaa mannaa, akkuma Isa Qulqulluu isin waame sanaa, wanta hojjettan hundumaatiin qulqulloota taʼaa;+
2 “Akkana jedhiitii guutummaa yaaʼii Israaʼelitti dubbadhu: ‘Ani Waaqni keessan Yihowaan qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼuu qabdu.+
26 Ani Yihowaan qulqulluu waanan taʼeef, akkasumas kan koo akka taataniif+ saboota irraa adda kan isin baase ana waan taʼeef, isin anaaf qulqulloota taʼaa.+
9 Ati yeroo hundumaa ajajawwan Waaqa kee Yihowaa waan eegduu fi daandiiwwan isaa irra waan deemtuuf, Yihowaan akkuma siif kakatetti+ saba qulqulluu ofii isaatiif taʼu godhee jabeessee si dhaaba.+
15 kanaa mannaa, akkuma Isa Qulqulluu isin waame sanaa, wanta hojjettan hundumaatiin qulqulloota taʼaa;+