LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 93:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yaadachiisawwan kee baayʼee amansiisoo dha.+

      Yaa Yihowaa, qulqullummaan yeroo hundumaa mana kee ni miidhagsa.*+

  • Hisqiʼel 40:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Mulʼata Waaqayyo biraa dhufeen gara biyya Israaʼelitti na geessee gaara baayʼee dheeraa taʼe tokko irra na kaaʼe;+ gaara sana irras kallattii kibbaatiin wanti magaalaa fakkaatu tokko jira ture.

  • Hisqiʼel 42:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Innis kallattii arfaniin iyyuu ni safare. Iddoo qulqulluu taʼe iddoo tajaajila kan biraatiif oolu irraa addaan baasuuf,+ girgiddaan dheerinni isaa shomboqqoo 500, dalgi isaas shomboqqoo 500 taʼe+ naannoo isaatti argama ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi