LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 10:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kunis wanta Waaqayyoof murteeffamee fi wanta xuraaʼaa taʼe gidduu, akkasumas wanta qulqulluu hin taanee fi wanta qulqulluu taʼe gidduu garaa garummaan akka jiraatu gochuuf,+

  • Hisqiʼel 44:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “‘Isaan garaa garummaa wanta qulqulluu taʼee fi wanta kan biraa gidduu jiru saba koo haa barsiisan; garaa garummaa wanta xuraaʼaa taʼee fi wanta qulqulluu taʼe gidduu jirus isaan ni barsiisu.+

  • 2 Qorontos 6:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “‘Kanaafuu, isaan gidduudhaa baʼaa, adda of baasaa’ jedha Yihowaan,* ‘wanta xuraaʼaa hin tuqinaa’”;+ “‘anis isin nan simadha.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi