Isaayyaas 52:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Irraa goraa, irraa goraa, achii baʼaa,+ wanta xuraaʼaa tokko illees hin tuqinaa!+ Isin warri miʼawwan mana Yihowaa baattan,+Ishii gidduudhaa baʼaa,+ qulqulluus taʼaa. Ermiyaas 51:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Yaa saba koo, ishii gidduudhaa baʼaa!+ Dheekkamsa Yihowaa isa bobaʼu jalaas+ lubbuu keessan oolfadhaa!+ Mulʼata 18:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sagalee kan biraanis samii keessaa yommuu akkana jedhu nan dhagaʼe: “Yaa saba koo, cubbuu ishii irratti akka hin hirmaannee fi dhaʼichi ishiitti dhufu akka isin irra hin geenyeef+ ishii keessaa baʼaa.+
11 Irraa goraa, irraa goraa, achii baʼaa,+ wanta xuraaʼaa tokko illees hin tuqinaa!+ Isin warri miʼawwan mana Yihowaa baattan,+Ishii gidduudhaa baʼaa,+ qulqulluus taʼaa.
45 Yaa saba koo, ishii gidduudhaa baʼaa!+ Dheekkamsa Yihowaa isa bobaʼu jalaas+ lubbuu keessan oolfadhaa!+
4 Sagalee kan biraanis samii keessaa yommuu akkana jedhu nan dhagaʼe: “Yaa saba koo, cubbuu ishii irratti akka hin hirmaannee fi dhaʼichi ishiitti dhufu akka isin irra hin geenyeef+ ishii keessaa baʼaa.+