Hisqiʼel 20:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Urgaa gammachiisu* sanaan kan kaʼe, yommuun saboota gidduudhaa isin baasuu fi biyyoota itti bittinnooftan keessaa walitti isin qabutti isinitti nan gammada;+ isin gidduutti qulqulluu taʼuu koos saboota duratti nan argisiisa.’+ 2 Qorontos 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, nuti abdii kana waan qabnuuf,+ Waaqayyoon sodaachuudhaan qulqullummaa keenya guutuu gochuuf, wanta foonii fi hafuura xureessu+ hundumaa irraa of haa qulqulleessinu.
41 Urgaa gammachiisu* sanaan kan kaʼe, yommuun saboota gidduudhaa isin baasuu fi biyyoota itti bittinnooftan keessaa walitti isin qabutti isinitti nan gammada;+ isin gidduutti qulqulluu taʼuu koos saboota duratti nan argisiisa.’+
7 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, nuti abdii kana waan qabnuuf,+ Waaqayyoon sodaachuudhaan qulqullummaa keenya guutuu gochuuf, wanta foonii fi hafuura xureessu+ hundumaa irraa of haa qulqulleessinu.