LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaafuu yaa obbolootaa, qaama keessan aarsaa jiraataa, qulqulluu+ fi Waaqayyo biratti fudhatama qabu gootanii akka dhiheessitan+ gara laafina Waaqayyootiin isinan kadhadha; kunis tajaajila qulqulluu dandeettii yaaduu keessanitti fayyadamtanii dhiheessitani dha.+

  • 1 Ximotewos 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kaayyoon qajeelfama* kanaa jaalala+ garaa qulqulluu, qalbii gaarii fi amantii+ fakkeessaa hin qabne irraa madde qabaachuu dha.

  • 1 Ximotewos 3:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 akkasumas qalbii qulqulluudhaan+ iccitii qulqulluu amantii jabeessanii kan eegan taʼuu qabu.

  • 1 Yohaannis 3:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Akkuma inni sun qulqulluu taʼe, namni abdii kana isa irratti qabu hundis of qulqulleessa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi