-
Nahimiyaa 9:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis Yeshuwaan, Qaadmiʼel, Baaniin, Hashaabneyaan, Sherebiyaan, Hodiyaan, Shebaaniyaanii fi Petaahiyaan warri Leewwota taʼan akkana jedhan: “Kaʼaatii Waaqa keessan Yihowaa baraa hamma bara baraatti jajadhaa.+ Isaan maqaa kee isa ulfina qabeessa, isa eebbaa fi galata hundumaa irraa ol taʼe haa jajatan.
-
-
Faarfannaa 148:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Ulfinni isaa lafaa fi samiidhaa oli.+
-