1 Mootota 8:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Garuu Waaqni dhuguma lafa irra ni jiraataa?+ Kunoo, samiin, eeyyee samiin samiiwwanii si baachuu hin dandaʼan;+ manni ani ijaare kun immoo hammam haa xinnaatu ree!+ 1 Seenaa Baraa 29:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Wanti samii keessas taʼe lafa irra jiru hundi kan kee waan taʼeef,+ yaa Yihowaa, guddinni,+ jabinni,+ miidhaginni, simboonii fi ulfinni+ kan kee ti. Yaa Yihowaa, mootummaan kan kee ti.+ Ati hundumaa irratti mataa of gooteetta.
27 “Garuu Waaqni dhuguma lafa irra ni jiraataa?+ Kunoo, samiin, eeyyee samiin samiiwwanii si baachuu hin dandaʼan;+ manni ani ijaare kun immoo hammam haa xinnaatu ree!+
11 Wanti samii keessas taʼe lafa irra jiru hundi kan kee waan taʼeef,+ yaa Yihowaa, guddinni,+ jabinni,+ miidhaginni, simboonii fi ulfinni+ kan kee ti. Yaa Yihowaa, mootummaan kan kee ti.+ Ati hundumaa irratti mataa of gooteetta.