Faarfannaa 103:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yihowaan samii keessatti teessoo isaa cimsee hundeesseera;+Mootummaan isaas wanta hundumaa irratti bulcha.+ Maatewos 6:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Mootummaan kee haa dhufu.+ Fedhiin kee+ akkuma samii irratti taʼaa jiru, lafa irrattis haa taʼu.+
19 Yihowaan samii keessatti teessoo isaa cimsee hundeesseera;+Mootummaan isaas wanta hundumaa irratti bulcha.+