Faarfannaa 37:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo muraasaaf qofa malee, namoonni hamoon hin jiraatan;+Bakka isaan turan ni ilaalta,Isaan garuu achitti hin argaman.+ Luqaas 23:43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Yesuusis, “Ani dhuguman sitti hima harʼa, anaa wajjin Jannata keessa ni taata”+ isaan jedhe. Hojii Ergamootaa 24:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Akkasumas, akkuma namoonni kun abdatan, qajeelonnis taʼan jalʼoonni+ duʼaa akka kaafaman Waaqayyoon nan abdadha.+
10 Yeroo muraasaaf qofa malee, namoonni hamoon hin jiraatan;+Bakka isaan turan ni ilaalta,Isaan garuu achitti hin argaman.+
15 Akkasumas, akkuma namoonni kun abdatan, qajeelonnis taʼan jalʼoonni+ duʼaa akka kaafaman Waaqayyoon nan abdadha.+