LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 11:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yeeyyiin xobbaallaa hoolaa wajjin ni jiraata,+

      Qeerransis ilmoo reʼee wajjin ni ciisa,

      Jabbiin, leencii* fi horiin gabbataan waliin ni jiraatu;*+

      Mucaan xinnoonis isaan ni tiksa.

  • Isaayyaas 35:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Lafti onaanii fi lafti waxalamaan ni gammadu,+

      Gammoojjiin ni gammada, akkuma saafronittis* ni daraara.+

  • Isaayyaas 65:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kunoo, samiiwwan haaraa fi lafa haaraa uumaan jira;+

      Wantoonni duraanii hin yaadataman,

      Garaa keessas hin taaʼan.+

  • Hojii Ergamootaa 24:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Akkasumas, akkuma namoonni kun abdatan, qajeelonnis taʼan jalʼoonni+ duʼaa akka kaafaman Waaqayyoon nan abdadha.+

  • Mulʼata 21:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Samii haaraa fi lafa haaraa+ nan arge; samiin inni duraa fi lafti inni duraa darbaniiru;+ galaannis+ kana booda hin jiraatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi