Isaayyaas 65:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yeeyyiinii fi xobbaallaan hoolaa waliin ni sooratu,Leenci akkuma qotiyyoo galabaa ni nyaata,+Boftis biyyoo ni nyaata. Isaan guutummaa gaara koo isa qulqulluu irratti miidhaas taʼe badiisa akkamii iyyuu hin geessisan”+ jedha Yihowaan.
25 Yeeyyiinii fi xobbaallaan hoolaa waliin ni sooratu,Leenci akkuma qotiyyoo galabaa ni nyaata,+Boftis biyyoo ni nyaata. Isaan guutummaa gaara koo isa qulqulluu irratti miidhaas taʼe badiisa akkamii iyyuu hin geessisan”+ jedha Yihowaan.