2 Pheexiros 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Taʼus, guyyaan Yihowaa*+ akka hattuutti dhufa;+ yeroo sanatti samiiwwan sagalee guddaadhaan ni darbu,+ wantoonni samiiwwanii fi lafti ittiin hojjetamanis hoʼa cimaadhaan ni baqu, laftii fi hojiiwwan ishii irratti hojjetamanis ni saaxilamu.+ Mulʼata 20:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Anis teessoo adii guddaa fi isa teessicha irra taaʼe sana nan arge.+ Laftii fi samiin isa duraa baqatan,+ iddoonis isaaniif hin argamne.
10 Taʼus, guyyaan Yihowaa*+ akka hattuutti dhufa;+ yeroo sanatti samiiwwan sagalee guddaadhaan ni darbu,+ wantoonni samiiwwanii fi lafti ittiin hojjetamanis hoʼa cimaadhaan ni baqu, laftii fi hojiiwwan ishii irratti hojjetamanis ni saaxilamu.+
11 Anis teessoo adii guddaa fi isa teessicha irra taaʼe sana nan arge.+ Laftii fi samiin isa duraa baqatan,+ iddoonis isaaniif hin argamne.