LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 5:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Bara sanatti Zarubaabel+ ilmi Saalaatiʼelii fi Yeshuwaan+ ilmi Yehozaadaaq mana Waaqayyoo isa Yerusaalem keessatti argamu deebisanii ijaaruu jalqaban;+ raajonni Waaqayyoos isaanii wajjin turan; akkasumas isaan ni deggeru turan.+

  • Isaayyaas 51:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ani samiiwwan dhaabuuf, buʼuura lafaas kaaʼuuf,+

      Xiyooniinis, ‘Ati saba koo ti’+ jechuuf,

      Dubbii koo afaan kee keessa nan kaaʼa,

      Gaaddisa harka kootiitiinis sin golga.+

  • Isaayyaas 66:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Akkuma samiiwwan haaraanii fi lafti haaraan+ warri ani tolchaa jiru na duratti jabaatanii dhaabbatan, sanyiin keessanii fi maqaan keessanis jabaatee ni dhaabbata”+ jedha Yihowaan.

  • 2 Pheexiros 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Haa taʼu malee, akkuma inni waadaa galetti, samiiwwan haaraa fi lafa haaraa+ warra qajeelummaan keessa buufatu+ ni eegganna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi