LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 60:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ilmaan warra si cunqursan sanaa dhufanii si duratti ni sagadu;

      Warri si salphisan hundis miila kee jalatti ni sagadu,

      Xiyoon ishii magaalaa Isa Qulqulluu kan Israaʼel,

      Magaalaa Yihowaa jedhanii si waamu.+

  • Ermiyaas 31:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 “Guyyoota sana booda kakuun ani mana Israaʼelii wajjin galu isa kana. Ani seera koo isaan keessa nan kaaʼa,+ garaa isaanii keessattis nan barreessa.+ Ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu” jedha Yihowaan.+

  • Zakkaariyaas 8:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Ani isaan nan fida, isaanis Yerusaalem keessa ni jiraatu;+ isaan saba koo ni taʼu, anis Waaqa isaanii isa dhugaa* fi isa qajeelaa isaaniif nan taʼa.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi