Ibroota 10:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “‘Guyyoota sana booda, kakuun ani isaanii wajjin galu isa kana’ jedha Yihowaan.* ‘Ani seerawwan koo garaa isaanii keessa nan kaaʼa, sammuu isaanii keessattis nan barreessa.’”+
16 “‘Guyyoota sana booda, kakuun ani isaanii wajjin galu isa kana’ jedha Yihowaan.* ‘Ani seerawwan koo garaa isaanii keessa nan kaaʼa, sammuu isaanii keessattis nan barreessa.’”+