33 “Guyyoota sana booda kakuun ani mana Israaʼelii wajjin galu isa kana. Ani seera koo isaan keessa nan kaaʼa,+ garaa isaanii keessattis nan barreessa.+ Ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu” jedha Yihowaan.+
10 “‘Guyyoota sana booda kakuun ani mana Israaʼelii wajjin galu isa kana’ jedha Yihowaan.* ‘Ani seerawwan koo sammuu isaanii keessa nan kaaʼa, garaa isaanii keessattis nan barreessa.+ Ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu.+