Ermiyaas 24:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Garaa ani Yihowaa taʼuu koo beekuu barbaadu isaaniif nan kenna.+ Garaa isaanii guutuudhaan gara kootti waan deebiʼaniif,+ isaan saba koo ni taʼu, anis Waaqa isaanii nan taʼa.+ Ermiyaas 30:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 “Isin saba koo ni taatu,+ anis Waaqa keessan nan taʼa.”+
7 Garaa ani Yihowaa taʼuu koo beekuu barbaadu isaaniif nan kenna.+ Garaa isaanii guutuudhaan gara kootti waan deebiʼaniif,+ isaan saba koo ni taʼu, anis Waaqa isaanii nan taʼa.+