LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 30:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Ati Waaqa kee Yihowaa garaa kee guutuu fi lubbuu* kee guutuudhaan akka jaallattuuf, akkasumas lubbuudhaan akka jiraattuuf,+ Waaqni kee Yihowaan garaa kee fi garaa sanyii keetii ni qulqulleessa.*+

  • Ermiyaas 31:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 “Guyyoota sana booda kakuun ani mana Israaʼelii wajjin galu isa kana. Ani seera koo isaan keessa nan kaaʼa,+ garaa isaanii keessattis nan barreessa.+ Ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu” jedha Yihowaan.+

  • Hisqiʼel 11:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Anis garaa tokko isaaniif nan kenna;+ hafuura haaraa isaan keessa nan kaaʼa;+ garaa dhagaa taʼe qaama isaanii keessaa baasee+ garaa foon taʼe* isaaniif nan kenna;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi