LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Jaarsoliin Yihudootaas raajii Haageen+ raajichii fi Zakkaariyaas+ ilmi ilma Idoo dubbataniin jajjabina argatanii manicha ijaaruu isaanii itti fufan; hojichis isaaniif ni qajeele;+ isaan ajaja Waaqa Israaʼeliin,+ akkasumas ajaja Qiirosiin,+ ajaja Daariyosii+ fi ajaja Arxeksis+ mootii Faarsiin manicha ijaaranii xumuran.

  • Haagee 2:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Yihowaan akkana jedha: ‘Amma garuu yaa Zarubaabel, jabaadhu, yaa Iyyaasuu ilma Yehozaadaaq luba ol aanaa, atis jabaadhu.’

      “Yihowaan akkana jedha: ‘Isin namoonni biyyattii hundi, jabaadhaa+ hojjedhaa.”

      “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ani isinii wajjinan jira.+

  • Haagee 2:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “Zarubaabel bulchaa Yihudaatiin akkana jedhi: ‘Ani samiiwwanii fi lafa nan sochoosa.+

  • Zakkaariyaas 4:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yaa gaara guddaa nana, ati eenyu? Zarubaabel+ duratti lafa diriiraa* ni taata.+ Iyyi, “Akkam bareeda! Akkam bareeda!” jedhu utuma dhagaʼamuu inni dhagaa fiixee fidee ni kaaʼa.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi