12 Zarubaabel+ ilmi Saalaatiʼelii+ fi Iyyaasuun ilmi Yehozaadaaq+ lubni ol aanaan, namoonni kaan hundis sagalee Waaqa isaanii Yihowaa fi dubbii Haagee raajichaa ni dhagaʼan; sababiin isaas, kan isa erge Waaqa isaanii Yihowaa dha; sabichis Yihowaadhaan kan kaʼe sodaachuu jalqabe.