LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 3:17-19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Ilmaan Yikooniyaa isa hidhame sanaa, Saalaatiʼel, 18 Maalkiraam, Pedaayaa, Shenaazaar, Yeqaamiyaa, Hoshaamaa fi Nedaabiyaa turan. 19 Ilmaan Pedaayaa, Zarubaabelii+ fi Shimeʼii turan; ilmaan Zarubaabel, Meshulaamii fi Hanaaniyaa turan (Shelomiit obboleettii isaanii turte);

  • Luqaas 3:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yesuus+ yeroo hojii isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa 30 ture;+ namoonnis akka inni

      ilma Yoseef+ taʼetti yaadu turan;

      Yoseef ilma Heelii,

  • Luqaas 3:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yoodaan ilma Yoʼanaan,

      Yoʼanaan ilma Resaa,

      Resaan ilma Zarubaabel,+

      Zarubaabel ilma Saalaatiʼel,+

      Saalaatiʼel ilma Neerii,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi