LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Isaan akka Seera Musee+ isa nama Waaqa dhugaa taʼe sanaa keessatti barreeffametti, achi irratti aarsaawwan gubaman dhiheessuuf Yeshuwaan+ ilmi Yehozaadaaqii fi luboonni isaa wajjin tajaajilan, akkasumas Zarubaabel+ ilmi Saalaatiʼelii+ fi obboloonni isaa kaʼanii iddoo aarsaa Waaqa Israaʼel ni ijaaran.

  • Haagee 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Daariyos mootii taʼee waggaa lammaffaa isaatti, jiʼa jaʼaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa jalqabaatti dubbiin Yihowaa akkana jedhu karaa Haagee*+ raajichaa gara Zarubaabel+ ilma Saalaatiʼel bulchaa Yihudaa fi gara Iyyaasuu ilma Yehozaadaaq luba ol aanaa ni dhufe:

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi