LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 1:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kana malees, Qiiros Mootichi miʼawwan mana Yihowaa warra Nebukadnezaar Yerusaalem keessaa fudhatee mana waaqa isaa keessa kaaʼee+ ture sana gad ni baase. 8 Qiiros mootiin Faarsi toʼannaa Mitredaat isa itti gaafatamaa qabeenyaa taʼe jalatti gad isaan baase; innis lakkaaʼee Sheshbaazaar*+ isa geggeessaa Yihudaa taʼetti kenne.

  • Luqaas 3:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yesuus+ yeroo hojii isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa 30 ture;+ namoonnis akka inni

      ilma Yoseef+ taʼetti yaadu turan;

      Yoseef ilma Heelii,

  • Luqaas 3:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yoodaan ilma Yoʼanaan,

      Yoʼanaan ilma Resaa,

      Resaan ilma Zarubaabel,+

      Zarubaabel ilma Saalaatiʼel,+

      Saalaatiʼel ilma Neerii,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi