LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 65:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kunoo, samiiwwan haaraa fi lafa haaraa uumaan jira;+

      Wantoonni duraanii hin yaadataman,

      Garaa keessas hin taaʼan.+

  • Isaayyaas 66:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Namni wanta akkanaa dhagaʼee beeku jiraa?

      Namni wantoota akkanaa arge jiraa?

      Biyyi guyyuma tokkotti ni dhalataa?

      Yookiin sabni tokko takkaatti ni dhalataa?

      Xiyoon garuu akkuma ciniinsifachuu jalqabdeen ilmaan ishii ni deesse.

  • Isaayyaas 66:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Akkuma samiiwwan haaraanii fi lafti haaraan+ warri ani tolchaa jiru na duratti jabaatanii dhaabbatan, sanyiin keessanii fi maqaan keessanis jabaatee ni dhaabbata”+ jedha Yihowaan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi