LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 65:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kunoo, samiiwwan haaraa fi lafa haaraa uumaan jira;+

      Wantoonni duraanii hin yaadataman,

      Garaa keessas hin taaʼan.+

      18 Kanaafuu, wantan uumaa jirutti bara baraaf gammadaa, ililchaas.

      Sababiin isaas, kunoo, Yerusaalemiin ililchuudhaaf,

      Saba ishiis gammachuudhaaf uumaan jira.+

  • 2 Pheexiros 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Haa taʼu malee, akkuma inni waadaa galetti, samiiwwan haaraa fi lafa haaraa+ warra qajeelummaan keessa buufatu+ ni eegganna.

  • Mulʼata 21:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Samii haaraa fi lafa haaraa+ nan arge; samiin inni duraa fi lafti inni duraa darbaniiru;+ galaannis+ kana booda hin jiraatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi