4 Warra rakkataniif haqaan murtii ni kenna,
Garraamota lafa irra jiraniif jedhees qajeelummaadhaan ni ifata.
Ulee afaan isaa keessaa baʼuun lafa ni rukuta,+
Hafuura afaan isaa keessaa baʼuunis isa hamaa ni ajjeesa.+
5 Qajeelummaan qabattoo dugda isaa,
Amanamummaanis qabattoo mudhii isaa ni taʼa.+