Mulʼata 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Maleekaa gumii Lodooqiyaatiif+ akkana jedhii barreessi: Inni Ameen+ jedhamu, dhugaa baatuu+ amanamaa fi dhugaa+ taʼe, inni uumama Waaqayyoo keessaa isa jalqabaa taʼe+ akkana jedha:
14 “Maleekaa gumii Lodooqiyaatiif+ akkana jedhii barreessi: Inni Ameen+ jedhamu, dhugaa baatuu+ amanamaa fi dhugaa+ taʼe, inni uumama Waaqayyoo keessaa isa jalqabaa taʼe+ akkana jedha: