2 Seenaa Baraa 20:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 akkana jedhe: “Waaqa abbootii keenyaa kan taate yaa Yihowaa, ati samii keessatti Waaqa mitii?+ Mootummoota sabootaa hundumaa irrattis ol aantummaa qabda mitii?+ Aangoonii fi jabinni harka kee keessa jira; eenyu iyyuu si dura dhaabbachuu hin dandaʼu.+ Isaayyaas 66:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 66 Yihowaan akkana jedha: “Samiiwwan teessoo koo ti, laftis ejjeta miila kootii ti.+ Maarree, manni isin naaf ijaaruu dandeessan,+Bakki ani itti boqodhus kan akkamii ti?”+
6 akkana jedhe: “Waaqa abbootii keenyaa kan taate yaa Yihowaa, ati samii keessatti Waaqa mitii?+ Mootummoota sabootaa hundumaa irrattis ol aantummaa qabda mitii?+ Aangoonii fi jabinni harka kee keessa jira; eenyu iyyuu si dura dhaabbachuu hin dandaʼu.+
66 Yihowaan akkana jedha: “Samiiwwan teessoo koo ti, laftis ejjeta miila kootii ti.+ Maarree, manni isin naaf ijaaruu dandeessan,+Bakki ani itti boqodhus kan akkamii ti?”+