LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 28:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis Daawit Mootichi kaʼee dhaabbatee akkana jedhe:

      “Yaa obboloota koo fi yaa saba koo, na dhaggeeffadhaa. Mana taabonni kakuu Yihowaa yeroo hundumaatiif keessa taaʼuu fi bakka ejjeta miila Waaqa keenyaatiif taʼu ijaaruun hawwii garaa kootii ture;+ anis manicha ijaaruuf qophii godheera.+

  • Hojii Ergamootaa 7:48-50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Haa taʼu malee, Waaqni Hundaa Olii mana harkaan ijaarame keessa hin jiraatu;+ kunis akkuma raajichi akkana jedhee dubbate dha: 49 ‘Samiin teessoo koo ti,+ laftis ejjeta miila kootii ti.+ Isin mana akkamii anaaf ijaartu? jedha Yihowaan.* Yookiin bakki ani itti boqodhu kan akkamii ti? 50 Wantoota kana hundumaa kan tolche harka koo mitii?’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi