LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 66:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 66 Yihowaan akkana jedha:

      “Samiiwwan teessoo koo ti, laftis ejjeta miila kootii ti.+

      Maarree, manni isin naaf ijaaruu dandeessan,+

      Bakki ani itti boqodhus kan akkamii ti?”+

       2 “Wantoota kana hundumaa kan tolche harkuma koo ti,

      Hundi isaaniis kan argaman akka kanaani” jedha Yihowaan.+

      “Anis gara isa kanaatti,

      Gara isa gad of qabu, isa hafuurri isaa cabee* fi dubbii kootiin romʼu* kanaatti nan ilaala.+

  • Ibroota 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Manni hundi nama taʼe tokkoon akka ijaaramu beekamaa dha; inni wantoota hundumaa tolche garuu Waaqayyo dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi